Need Help? call us free
Job Vacancy Announcement
'Kontoma Darimu Alliance' Dhaabbilee gargaarsa garaagaraa woliin qindoomuun hawwasa Godina Gujii fi Booranaa hongeen miidhameef gargaarsa midhaan soorataa Qarshii miliyoona lamatti tilmaamamuu tolcheera.
Deeggarsii qindeessummaa Kontoma Darimu Alliance godhamee Uummata bira dhaqqabaa jira!